エピソード

  • Guyyaan Oromtittii Hawaasni akka addatti kabajata - Obbo Bantii Ol-iiqaa
    2026/04/01
    Guyyaan "Oromtittii" Magaalaa Melbourne Australia keessatti Dilbata dabre Bitootessa digadamii saddeetti guyyaa irraa eegalee kabajamee oole.
    続きを読む 一部表示
    10 分
  • Australian Easter: Exploring social and cultural traditions beyond religion - Easter Australia: Amantii bira dabree duudhaa aadaa fi hawaasummaa mul'isuu- Australia Explained
    2026/04/01
    Easter holds great significance for Christians. Yet, for those of different faiths or non-religious backgrounds, it presents a chance to relish a four-day weekend, partake in family and social gatherings, engage in outdoor activities, and attend events where children take centre stage. Here's your essential guide to celebrating Easter in Australia. - Ayyaanni Easterii Kalaandarii warra Kirstaanaa keessatti ayyaana guddaatti ilaalama. Garuu amantii kam iyyuu yoo tahe, namoota baay’ee Australia keessaaf Ayyaanni Easter boqonnaa dheeraa dhuma torbee irratti argataniin wali hidhata. Sochiiwwan alaa fi walga’ii hawaasummaa wajjin wal qabatas, yeroo kanattis qophiilee alatti taasisamuufii wal argee hawaasumaatu heddummata. Manni barmootaas cufamaa tahuu isaa irraa kan ka’e, ijoolleen duudhaa aadaa isaanii fi kabajatnaa adda addaa maatii waliin hirmaachuuf carraa hedduu argatu. saanti beekuu qabdan kunoo ti.
    続きを読む 一部表示
    12 分
  • Umruu 66tti boqotte- Barsiiftuu, guddistuu aartii Saboota Duraa adaadee Rhoda Roberts
    2026/03/25
    SBS keessatti bakka guddaa kan Qabdu falmattuun mirga Abbootii Dachee dubartii Widjabul Wia-bal , Adaade Rhoda Roberts, uburii ishee wagga 66tti boqochuun dhaamsa kara karaa maatii dhaqqabaa jira. Bitootessa 21, dhibee irra tureen kan boqotte adaadee Rhoda Roberts Barreessituu, taatoo fi director taatee aartii agarsiisaa fi waltajjii fi akkasumas TV irrattis tajaajila kennaa kan turte jaalala guddaa qabduun bara 2016 badhaasa Order of Australia badhaafamteetti.
    続きを読む 一部表示
    10 分
  • #106 Mmm or Hmm? Trying new and unusual food - #106 Nyaata haaraa ykn nyaattanii hin beekne yaaluu
    2026/03/25
    Learn useful English for talking about unusual or strong flavours. Practise everyday phrases for reacting to new foods, sharing opinions, and encouraging someone to try something new. - Waa'ee nyaata nyaattanii hin beeknee ykn kan mi'aawinni isaa addaa irraa dubbachuun jechoota afaan Inglishii hedduu barattu. maqaa nyaata haaraa irraa dubbachuu, yaada wal jijjiiruun jechoota haaraa shaakalaa, akkasumas kaan waan haarawa yaalan jajjabeessaa.
    続きを読む 一部表示
    9 分
  • Ps Amaanuel Akaakoo dhimma galma hawaasaa ijaaruu - Communtiy Activties
    2026/03/18
    Kibba Melbourne keessatti galma hawaasaa ijaaruun barbaachisaa dha jedhnee kan walii galle, hirmaatnaa hawaasa keenyaa barbaadna jedha Pastor Amaanuel Akaakoo.
    続きを読む 一部表示
    8 分
  • Shek Aburahman Mohammed- Dhaamsa Ramadan - Ramadan
    2026/03/18
    Yeroo ammaa hawaasni keenya amantii Islaamaa hordofan soomana irra jiran.Shek Abdurahman Mohammed , Magaalaa Melbourne Australia keessaa kanneen Oromiyaa jiran dabalatee Ramadana nagaa fi fayyaan hawwa jedhan.
    続きを読む 一部表示
    10 分
  • Think before you pack: Australia’s customs and biosecurity rules explained - Imalaaf utuu mi’a hin naqatin dura itti yaaduu: Seerri eegumsa nageenyaa Australia - Australia uexplained
    2026/03/18
    Customs is generally the first point of contact for people entering Australia. Our Border Force Officers are there waiting. They ensure that we don’t bring in prohibited goods that could threaten Australia’s unique environment, economy and communities. Before you zip up your suitcase, here’s what you need to know about what can—and can’t—cross the border, and what’s at stake if biosecurity rules are ignored. - Bakki seensi daangaa biyyaa walumaagalatti namootni jalqaba yeroo Australia seenan keessa dabrani dha. Qondaalotni daangaa biyyaa Australia,(ABF) qophaawanii dandii irra jiru, meeshaalee dhorkamoo tahan biyya keessaa akka hin seensifne taasisuu irrattis xiyyeeffatu. Utuu imalaaf of hin qopheessin dura, waa tokko tokko gochuu dandeessuu fi hin dandeenye beekuu qabdutu jiran, waan daangaa biyyaa yeroo dabartutti beekuu qabdu kan yoo sirna nageenya biyyaa maal na dhibdeen deemtu tahe maaltu nama mudatuu mala kan jedhan qophii kana irraa barattu.
    続きを読む 一部表示
    12 分
  • #105 Celebrating small wins at work - #105 Milkaa'ina bakka hojii jejachuu ykn kabjachuu
    2026/03/10
    Learn useful English for talking about small wins at work. Practise phrases for celebrating achievements, staying motivated, and making progress step by step. - Waa'ee milkaa'ina bakka hojii xiqqoo iyyuu taatu kabajachuu irraa dubbachuun afaan Inglishii bu'a qabeessa barattu. Jechoota kanneen kabajachuu(celebrating), milkaa'ina (achievements,) jajjabina qabaachuu ( staying motivated), fi sadarkaa sadarkaan guddina agarsiisuu (progress step by step) jedhan kanneen shaakalaa.
    続きを読む 一部表示
    7 分