• SBS irraa Afaan Englishii baradhaa

  • 著者: SBS
  • ポッドキャスト

SBS irraa Afaan Englishii baradhaa

著者: SBS
  • サマリー

  • Afaan Englishii fi aadaa Australia barachuun basha’aa. Afaan Englishii barachuun mijataa, gammachiisaa fi qabatamaa akka tahu kaayyoo keenya. Afaanicha barachuu qofa utuu hin taane jaalala illee irraa horadhaa!
    Copyright 2025, Special Broadcasting Services
    続きを読む 一部表示

あらすじ・解説

Afaan Englishii fi aadaa Australia barachuun basha’aa. Afaan Englishii barachuun mijataa, gammachiisaa fi qabatamaa akka tahu kaayyoo keenya. Afaanicha barachuu qofa utuu hin taane jaalala illee irraa horadhaa!
Copyright 2025, Special Broadcasting Services
エピソード
  • #50 Let's go fishing! (Med) - Qurxummii qabuu
    2023/11/22
    Learn how to talk about fishing. Plus, find out a bit of history on why Australians love fishing. - Waa'ee qurxummii qabuu akkamitti akka dubbatan baradhu. Dabalataan, lammiileen Awustiraaliyaa maaliif qurxummii qabuu akka jaallatan seenaa xiqqoo barbaadi Ilaali
    続きを読む 一部表示
    16 分
  • #48 How to talk about your body pain (Med) - Dhukkubbii qama kee akkamitti akka himattu
    2023/11/01
    Learn how to describe your body pain. Plus, hear some tips from a physiotherapist if you feel pain. - Akkka itti dhukkubbii qaamaa ibsatan baradhaa. akkasumas yoo dhukkubbiin isinitti dhaga'ama tahe gorsa tokko tokko ogeessa fayyaa qaamaa irraa dhagahaa. Afaan Inglishiis achumaan barattuu.
    続きを読む 一部表示
    16 分
  • #49 How to say you don’t understand (Med) - #49 Akka hin hubatin akkamitti akka ibsattu (giddu- galeessa)
    2023/11/01
    Learn how to say you don’t understand. Plus hear a comedian’s funny story about misunderstanding an Australian idiom. - Learn how to say you don’t understand. Plus hear a comedian’s funny story about misunderstanding an Australian idiom. Afaan Inglishii nama waliin gaafa dubbattan, naaf hin galle, hin hubatne jechuuf akkamiin of ibsuu akka dandeessan baradhaa. Akkasumas loqoda Austraaliyaanotaa tokko tokko namootni bebbeekamoon tokko tokko irraa qoosaan dhaggeeffadhaa itti bashannanaa, irraa baradhaas.
    続きを読む 一部表示
    16 分

SBS irraa Afaan Englishii baradhaaに寄せられたリスナーの声

カスタマーレビュー:以下のタブを選択することで、他のサイトのレビューをご覧になれます。